Leeshimaasiisii

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Template:Infobox medical condition Leeshimaayisiisii akkasumas leeshiimaani'oosii jedhamee kan katabammuu dhuukuuba prootoozoowaamaxanttuu kan sanyii"Leeshiimaaniiyaa" fii kan hiida tiitiisa ciirachaa biffa muuraasatiin dhuufu dha.[1] Dhuukkuubichii haaloola guguudoo 3 :Kuutaaniiyasii,muukookuutaaniiyeesii, yookiin Leeshiimaasiisii viisseeraalii tiin dhufa.[1] Inii bifa kuutaaniiyasii alseerii googaa yeroo fidduu,muukookuutaaniiyeesii alseerrii googaa, affaanii, fi funyaani, fi inni viisseeraalii alseerii googaadhaan jalqabee, bodda irrati ho'aa qaammaa, hir'inaa seeloota dhigaa, guddina esspileenii fi tiiruu fiida.[1][2]

Faalamnii, namootaa kan dhuufuu sanyii "Leeshiimaaniiyaa" goosa 20 tiin dha.[1] Dhiibaan ballaa wantoota akka hiiyuumaa, hir'iina nyaattaa,ciirama dagalaa, fi guddina magaalootaa fidduu danda'a.[1] Qoorannaan kana fakkatan hundinnuu maxantoota maaykiirooskoopii jala ilaaluun goodhamuu danda'a.[1] Dabalataan, dhuukuubnii viiseeriyaali qoorannaa dhigaattiin goodhamuu danda'a.[2]

Leeshiimaayisiisiin saaphanaa fara ilbisootaatiin waal'aanamee jala rafuun ittiifammuu danda'a.[1] Tarkaafiileen tamsaa dhuukuubicha itttisuuf barbachisan faraa ilboosotaan fayadammun tisiisota ciiraachaa ajjeesuufi namoota faalaman wal'aanuun dha.[1] Waal'aansii wabbaadammuu kan muurteesamuu, bakka dhuukuubichi umammee fi gosa "Leeyishimiiniyaa" fi goosa faalamichaa irrati.[1] Qoorichootaa dhuukuubicha furuuf fayadamuu danda'aan keesa Lipoosoomaalii Amroofooteeriisiiniin isa tokkodaha,[3] Makkaa peentaavaaleettii anttiimooniiyaaliisiinfipaaroomoomyiisiinii,[3]fiimiilteefoosiinee.[4]Dhuukuuba kuutaaneeyeesii, paaroomaaysiinii,filuukoonaazoolii, yookiin peentaamiidiineeyookiin buu'aa qabeesa.[5]

Namootnnii gara miiliiyoona 12 ta'aan[6]biyoolee 98 kessatii faalamanniiruu.[2] Dhiimoonii du'aa haarraa gara miiliiyoona 2[2] fi gidduu kuuma 20 fi 50 bara baraan muul'ata. [1][7] Namootni hama milliyoona 200 ta'aan: Eshiiyyaa,Kiibbaa fi giidduu gala Ameerriikkaa, fi Awuurooppaa Kiibbaa naanoolee dhuukuubiichii barammaa ta'eetii jiraatan keesa jirraatuu.[2][8] Buufatnnii fayyaa aduunyaa qoorichoolee tookkoo tookkoo irratti gatti gadii'aanaa argateera.[2] Dhuukuubichii binneensoota biiraa kan akka saroota fi binneensoota xiixiiqaa irrattii argamuu danda'a.[1]

Waabbii[edit | Lakkaddaa gulaali]

  1. 1.00 1.01 1.02 1.03 1.04 1.05 1.06 1.07 1.08 1.09 1.10 "Leishmaniasis Fact sheet N°375". World Health Organization. January 2014. Retrieved 17 February 2014. 
  2. 2.0 2.1 2.2 2.3 2.4 2.5 Barrett, MP; Croft, SL (2012). "Management of trypanosomiasis and leishmaniasis.". British medical bulletin 104: 175–96. PMC 3530408. PMID 23137768. doi:10.1093/bmb/lds031. 
  3. 3.0 3.1 Sundar, S; Chakravarty, J (Jan 2013). "Leishmaniasis: an update of current pharmacotherapy.". Expert opinion on pharmacotherapy 14 (1): 53–63. PMID 23256501. doi:10.1517/14656566.2013.755515. 
  4. Dorlo, TP; Balasegaram, M; Beijnen, JH; de Vries, PJ (Nov 2012). "Miltefosine: a review of its pharmacology and therapeutic efficacy in the treatment of leishmaniasis.". The Journal of antimicrobial chemotherapy 67 (11): 2576–97. PMID 22833634. doi:10.1093/jac/dks275. 
  5. Minodier, P; Parola, P (May 2007). "Cutaneous leishmaniasis treatment.". Travel medicine and infectious disease 5 (3): 150–8. PMID 17448941. doi:10.1016/j.tmaid.2006.09.004. 
  6. "Leishmaniasis Magnitude of the problem". World Health Organization. Retrieved 17 February 2014. 
  7. Lozano, R (Dec 15, 2012). "Global and regional mortality from 235 causes of death for 20 age groups in 1990 and 2010: a systematic analysis for the Global Burden of Disease Study 2010.". Lancet 380 (9859): 2095–128. PMID 23245604. doi:10.1016/S0140-6736(12)61728-0. 
  8. Ejazi, SA; Ali, N (Jan 2013). "Developments in diagnosis and treatment of visceral leishmaniasis during the last decade and future prospects.". Expert review of anti-infective therapy 11 (1): 79–98. PMID 23428104. doi:10.1586/eri.12.148.