Kubbaa miillaa

Wikipedia irraa
Kubbaa miillaa

Kubbaan miilaa ispoortii taphattoonni 10 fi goolii eegaa tokko gama tokkoon taphatamudha. Taphattoonni goolii eegaa malee taphattoonni harka isaaniitiin kubbaa tuquun hin hayyamamu/hin danda;an. Garuu mataa rukutanii taphachuun ni danda'ama.

18 Muddee 2012