Ingilaandi

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Ingilaand biyya Yuurooppi argamtu taatee tan Iskootlaand, Weels fi Ayerlaand Kaabaa waliin gamtaa UK keessa jirtuudha. Ingilaandi keessa namoota Miliyoona 55 ol kan dhibbeentaa ummata UK 84 ta'antu keessa jiraata.

Ingilaandi keessa naannoolee 60 oltu jira. Magaalaan guddoo fi bal'oon Ingilaand Landani. Magaalaan gurguddoon biroo Barmiingaham, Liivarpuul, Maanchistar fi Liids faadha.