Ilaanya

Wikipedia irraa

Ilaanyi sirna yaada barumsaa qofaaf hin taanedha . Ilaanya jechuun tuuta yaadota addunyaa hubachuuf qofa osoo hin taane, addunyaa jijjiiruuf qabamanidha.

Yaadonni keessumaa siyaasa, ykn dinagdee, ykn imaammata irratti kan hundaa’anidha.