Hima walqixaa sararaawaa Gabatee suuraa Liosh
Hima walqixaa sararaan bifa armaan gadiitiin dhiyaata:

y fi "x" jijjiramaa yoo ta'u m'n maxxantuu(koofishantii) kan bakka bu'u fi b' immoo gatii dhaabataa bakka bu'a .
Himni walqixaa Karaa adda addaatiin barreeffamuu danda’a, fakkeenyaaf:

Yookaan

Yookaan

Yookaan

Yookaan
karaa paarameetrikiitiin

- Fi

Karaa poolaariitiin

Yookaan
Karaa idileetiin

Hundi isaanii wal fakkaata Sababni isaas yeroo gabatee fakkii irratti kaafaman sarara qajeelaa, walqixxaattoo sararaawaa kennu Isaanis Hima walqixaa sararaawaa jedhamu .