Jump to content

Geedoo

Wikipedia irraa

Geedoon magaalaa guddoo godina Shawaa Lixaa aanaa Calliyaati. Godina shawaa lixaa keessaa magaala guddinaan magaalaa Ambootti aantee sadarkaa 2ffaa irratti argamtudha.