Jump to content

Garjii

Wikipedia irraa
Garjiin tokko fuuloota 6 dheerina fi bal’ina walqixa qaban qaba
Garjii

Kiyuubiin ykn garjiin boca akka sanduuqaa qabuu fi rogni isaa hundi wal-qixa ta'e dha. Innis gosa addaa prizimii afrogaawaati .

  • Kofoota 8 kan hunduu kofa sirrii ta’anii fi dheerinni, bal’inni fi olka’iinsi hundi isaanii walqixa ta’an qabda.
  • rogoota walqixa 12 kan qabdu yoo ta’u isaan keessaa afur-afur waltarree dha