Gaanfi Afrikaa

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Gaafin Afrikaa.

Gaanfi Afrikaa (Amharic: የአፍሪካ ቀንድ yäafrika qänd, Arabic: القرن الأفريقي‎ al-qarn al-'afrīqī, Somali: Geeska Afrika, Tigrinya: ቀርኒ ኣፍሪቃ?) peninsulaa Afrikaa Kaaba-Bahaatti argamudha. Gaanfi Afrikaa muxxatee kiilomeetira dhibba baayyee Galaana Arabiyaa keessaa seena, kibba Galoo-galaana Edenitti argama. Gaanfi Afrikaa ardii Afrikaarra fiixee gara bahaati. Bara durii fi giddu galeessaa keessa Bilad al Barbar ("Biyya Barbarootaa") kan jedhamu Gaanfi Afrikaa, biyyoota Eertiraa, Jibuutii, Itoophiyaa fi Somaaliyaa qabata.