Funcaa jechuun tartiiba amartii sibiilaa walitti hidhamaniidha. Funcaan tokko qubeellaa lamaa fi isaa ol qabaachuu danda’a.