Fluid mechanics

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Fluid mechanicsiin gossa barnotta yokan qo'anno continuum mechanics jalatti argamu yoo ta'uu, kan qo'atuus wa'ee fesashi fesashi - fesashi (liquid) fi gaziit. Kunii immo ballinan qoqqodamu ni danda'a, kan itti qoqqodamuus fluid statics - qo'anno fesashi (fluids) hin lollane yokan hin chochone fi fluid dynamics - qo'anno fesashi (fluids) ademma qabani.