Faqqee dhonoqqoo (Ctenophora)
Appearance
| ?Faaqqee Dhonoqoo | ||||
|---|---|---|---|---|
| odeeffannoo saayinsaawaa | ||||
|
Ctenophora gosa bineensota lafee hin qabne galaanaa qofa ta’aniidha. Ctenophora jechuun “Baattuu filaa” jechuudha. Isaanis yeroo baayyee Faaqqee dhonoqoo jedhamuunis beekamu.