Faasiladas

From Wikipedia
Jump to navigation Jump to search
Faasiladas
Ogummaa:
Biyya:
Guyyaa dhalootaa: 1603
Bakka dhalootaa:
Guyyaa du'aa: Onkololeessa 18 1667

Faasiladas (1603-1667) bara 1632 hanga Onkololeessa 18 1667tti mootii Itoophiyaa ture. Faasiladas mootii sanyii Salamoon keessaa dhufe.