FIFA

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
World Map FIFA2.svg

FIFA afaan Frenchiin (Federation Internationale de Football Association) yokan ingiliffan immo International Federation of Association Football kan jedhamu birro bulchaa football biyya hundumatti. Biroon guddan Zurich, Switzerland argama, akkasumas presidantiin FIFA amma Joseph Blatter jedhama. FIFAn tapha milla adunya kessatti taphatamani bayyeffi dirqama fudhata, kessattu tapha FIFA World Cup jehamu bara 1930 jalqabe bulcha turee.