Eeshiyaa Bahaa
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
Eeshiyaan Bahaa naannoo baha Eeshiyaatti argamtuudha. Eeshiyaa Bahaa keessatti biyyootni argaman Chaaynaa, Jaappaan, Mongooliyaa, Kooriyaa Kaabaa fi Kooriyaa Kibbaati. Biyyootni beekkamti hin qabne kan akka Hong Kong fi Taayilaandis keessatti argamu. Biyyootni kun sabaan(ijaan) walfakkaatu.