Dimookiraasii

Wikipedia irraa
2019 Democracy index.svg

Dimokiraasin "sirna bulchiinsa mootummaa kan itti ummanni biyyattii ykn hawaasichaa...dhimmaa isaanirratti murtii mutrteessuu keessatti hirmaatanidha, kanas yeroo baayyee bakka bu'oota paarlaamaa ykn caffee walfakkaatutti filachuudhani godhu."