Dhaamjecha
Appearance
Dhaamjechi qaama afaanii isa xiqqaa kan hiika qabu yoo ta'u jechi tokko yoo xiqqaate dhamjecha tokko, yeroo baay'ee ammoo tokkoo ol of keessaa qabaata.kanamles goosota 2 qaba
Akaakuun dhamjecha iddoo lamaatti qoodna.innis qabiyyee ykn unkaa irraatti hunda'uun qoodna.
isaanis:-
1= dhaamjecha hirkataa 2=dhaamjecha of danda'uun kan dhabbatanidha.