Cysticercosis

Wikipedia irraa
Cysticercosis
Qooqodama fi ooddefanoowan aalaa walqabatan
Cysticercosis
Cysticercosis
Magnetic resonance image in a person with neurocysticercosis showing many cysts within the brain.
ICD/CIM-10B69 B69
ICD/CIM-9123.1 123.1
DiseasesDB3341
MedlinePlus000627

Cysticercosis ita’iinsa qaamaa faallama karaa young form (cysticercus) pork tapeworm jedhamurraa uummamuudha (Taenia solium).[1][2] Namoonni waggadhaaf mallattoo xiqqoo argu yookin mallattoo omaatuu otoo hin argin turun,qaama YKN gogaa isaaniirratti ita’iinsi seentii meetra tokkoo anga lamaa ta’uu fi kan dhukkubbii hin qabne uummama, YKN yoo sammuun tuqame neurological symptoms qabaatu.[3][4] Ita’iinsii jajjabina qabu kun erga mul’atee kaasee ji’oota yookin waggoota booda gar malee ita’uun/guddachuun dhukkubuu eegala. Biyyoota guddachaa jiran keessatti kun yeroo baay’ee ka’uumsa seizuretii. [3]

Ka’uumsa isaa fi tooftaa ittiin qoratamu[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Yeroo baay’ee kan inni ittin nama qabu nyaata yookin bishaan hanqaaqu raammoo hadhaa/heexoo tiin faallame nyaachu fi dhuguudhaani. <! -- [2] --> kuduraalen hin bilchaatin kanaaf ka’uumsa guddaadha. [2] Hanqaaqun raammoo heexoo/hadhaa bobbaa nama raammoo kanaan faallamee irraa kan dhufuudha, wanti kunis taeniasis jedhamee beekkama. [3][5] “Taeniasis” dhukkuba gara biraa xannacha foon keessatti argamu otoo hin bilchaatin yoo nyaatan kan nama qabuudha. [2] Namoonnii nama hadhaa/heexoo qabu waliin jiraatu carraan inni dhukkuba “cysticercosis”n qabamuu isaa ol¬-aanadha. [5] Qorannoon dhukkuba kanaa karaa aspiration xannacha uummame ilaaludhan geggeeffama. [3] Suura sammuu karaa computer tomography (CT) fudhacuun YKN magnetic resonance imaging (MRI) fayyadamuun dhukkubichii sammuu keessa jiraachuu fi dhiisuu addaan baasuuf baay’ee gargaara. Baay’achuun lakkoofsa ceelii dhiiga hadii/white blood cell, kunis eosinophils jedhama, dhiignii cerebral spinal fluid keessatti argamus akka mallattoo tokkootti ni gargaara.[3]

Ittisaa fi too’annaa[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Faalamuun kun qulqullina dhuunfaa eeggachuu fi sanitationdhaan ga’uumsaan ittifamuu ni danda’a. Kunis: Foon sirriitti bilcheessuu, qulqullina bobbaa sirriitti eeggachuutoilets fi bishaan qulqulluu fayyadamuu dabalata. Dhukkubicha “taeniasis” dhaan yaalun akka hin tamsaane ittisuuf gargaara.[2] yaaliin qaama “nervous system” hin dabalanne tarii barbaachisaa ta’uu dhiisuu mala.[3] Yaaliin “neurocysticercosis” waliin taasifamu qorichoota praziquantel YKN albendazoletin godhama. Isaan kun yeroo dheeraa barbaaduu malu. Steroids, yeroo qorichoonni kun fudhataman dhiibbaa fayyaa isaan fidan ittisuuf/anti-inflammation fi anti-seizure medications ni barbaachisu. Yeroo tokko tokkoo xannacha basuuf yaliin baqaqsuu ni taasifama.[2]

Tamsa’iina dhukkubichaa[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Dhukkubnii raammoo hadhaa/heexoo keessumattu biyyoota Asiyaa, Afrikaa saaraa gadii fi Laatin Ameerikaa keessatti beekkamaadha.[3] beentaan anga 25 ta’an faallamaniiru jedhameet amanama.[3] Biyyoota guddatan keessati garu kun gonkumaa waan barame miti.[6] Sadarkaa addunyaatti bara 1990 itti namoota 700 kan ajjeese dhukkubni kun bara 2010 keessa namoota 1,200 akka ajjeese gabaafameera.[7] “Cysticercosis”n nama malees booyye fi saawwan kan faalu ta’u illee mallatton yeroo gabaabaadhaaf qofa darbee darbee irratti mul’ata.[2] Dhukkubni kun seenaa dhala namaa keessatti kan mul’achaa tureedha.[6] Dhukkuboota dagataman keessa isa tokko neglected tropical diseases.[8]

Maddawwan[gulaali | lakkaddaa gulaali]

  1. Roberts, Larry S.; Janovy, Jr., John (2009). Gerald D. Schmidt & Larry S. Roberts' Foundations of Parasitology (8 ed.). Boston: McGraw-Hill Higher Education. pp. 348–351. ISBN 978-0-07-302827-9. 
  2. 2.0 2.1 2.2 2.3 2.4 2.5 2.6 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  3. 3.0 3.1 3.2 3.3 3.4 3.5 3.6 3.7 García HH, Gonzalez AE, Evans CA, Gilman RH (August 2003). "Taenia solium cysticercosis". Lancet 362 (9383): 547–56. PMC 3103219. PMID 12932389. doi:10.1016/S0140-6736(03)14117-7. 
  4. García HH, Evans CA, Nash TE, et al. (October 2002). "Current consensus guidelines for treatment of neurocysticercosis". Clin. Microbiol. Rev. 15 (4): 747–56. PMC 126865. PMID 12364377. doi:10.1128/CMR.15.4.747-756.2002. 
  5. 5.0 5.1 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  6. 6.0 6.1 Bobes RJ, Fragoso G, Fleury A, et al. (April 2014). "Evolution, molecular epidemiology and perspectives on the research of taeniid parasites with special emphasis on Taenia solium". Infect. Genet. Evol. 23: 150–60. PMID 24560729. doi:10.1016/j.meegid.2014.02.005. 
  7. Lozano R, Naghavi M, Foreman K, et al. (December 2012). "Global and regional mortality from 235 causes of death for 20 age groups in 1990 and 2010: a systematic analysis for the Global Burden of Disease Study 2010". Lancet 380 (9859): 2095–128. PMID 23245604. doi:10.1016/S0140-6736(12)61728-0. 
  8. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu