Bowwaa

Wikipedia irraa

Bowwaan (ykn Qileen ) lafa keessatti caccabaa guddaa, ykn gammoojjii baay’ee gadi fagoo dha.Bowwaan baay'een isaanii lageen kan hojjetamanidha . Muraasni isaanii kirkira lafaatiin kan uumamanidha . Isaanis guddaa ta’uu danda’u, akka Qilee guddaan, ykn xiqqaa ta’uu danda’u.

Bowwaan bishaan yaa’een harama uumamuu danda’a kunis dhagaa fi biyyee ni fudhata.