Bear Qarambullee
Appearance
Qaraambullee | |
---|---|
bagudaa Magaala(Qarambullee magala) | |
Qoqqodinsa Saaayinsaawaa | |
Motummaa: | Bineeldoota |
Phylum: | Chordata |
Gita: | Hoosiiftoota |
cita-gitaa: | Foon nyaatoota |
Qaccee: | Ursidae(qarambullee) |
Bagudni ykn Qarambullee garee hoosistoota gurguddoo addunyaa guutuutti bakka jireenyaa adda addaa hedduu keessatti argamaniidha Gosoonni risaa lubbuu qaban 8 jiru .
- Warraa Bagudaa (Ursidae) : Qaranbullee