Barliin

From Wikipedia
Jump to navigation Jump to search

Barliin magaalaa guddoo Jarmanii fi magaalaa guddoo mootummaa naannoo tokkoo ti. Barliin jiraattota miliyoona 3.5 qabdi, kunis Jarmanii keessatti magaalaa baayyina ummataatin guddicha taasisa.