Hamma gonkaa
Appearance
(Apparent Magnitude irra kan qajeele)
Hamma gonkaa (m) iin bayyina iffa Planet yokan Urjii iin qabdu yoo lafaa kenya irra lalani tilmamani dha. haa ta'u malee lakkofsii kunii akka bayyina isatti hin fudhatamu, kunii jechuni immo yoo lakkofsi kunii diqaa ta'e Planetii yokan urjiin sunii bayye iffa jechu dha. Yoo immo lakkofsii gudda ta'u bayye hin iffu jechu dha. Fakkenya Mars iin Hamma gonkaa -2.9 qoffaa qaba, haa ta'u malee Marsiin iffan Aduu, Batti fi Venus tti anne affurafa gubbatti argama.
App. Mag. | Celestial Object |
---|---|
−26.73 | Aduu |
−12.6 | Batti Guttu |
−9.5 | Iffa guddicha kan Iridium Flare |
−4.7 | Iffa guddicha kan Venus |
−3.9 | Waantotta yeroo guddo mulattani badanu garuu guyya kan illa namani |
−2.9 | Iffa guddicha kan Mars |
−2.8 | Iffa guddicha kan Jupiter |
−1.9 | Iffa guddicha kan Mercury |
−1.5 | Urjii iffa gudda qabdu kan wavelength mullatu qabdu : Sirius |
−0.7 | Urjii iffa gudda qabdu lammafa : Canopus |
0 | Vega |
0.7 | Iffa guddicha kan Saturn |
3 | Urjii baddanu kan dhihotti illani mullatani |
4.6 | Iffa guddicha kan Ganymede |
5.5 | Iffa guddicha kan yuuranuus |
6 | Urjii baddanu kan illani mullachu danda'ani |
6.7 | Iffa guddicha kan Ceres |
7.7 | Iffa guddicha kan Neptune |
10.2 | Iffa guddicha kan Iapetus |
12.6 | Iftuu quasar |
13 | Iffa guddicha kan Pluto |
27 | Wantotta badan ta'anni kan iffa mullatu kessatti teleskopii 8m lafatti ejjaten mulatani |
30 | Wantotta badan ta'anni kan iffa mulattu kessatti Hubble Space Telescope mulachu kan danda'an |
38 | Wantotta badan ta'anni kan iffa mulattu kessatti OWL (2020) mulachu danda'an |
(Urjii Iffan Bekkamani ilalli) |