Adurree

Wikipedia irraa
Adurree ja'a

Adurree beeydoota mana keessa jiraatu yoo ta’u, hantuutaa fi kan kana fakkaatan mana keessatti qabachuufi nyaachuun itti fayyadama.