Whale shark

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Whale Shark

whale shark, kan gossa Rhincodon typus ta'e, gossa shark yoo filter feeding nyattu kan dafe nyachu hin dandenne fi gossa qurxumi yerro dheraaf jirrachu danda'u dha. Gossi sharkii kun gossa qalamu nama gamachisu akkatta gossa tokkon midhafame argamu kan qabu yoo ta'u, kuni immo misensa genus Rhincodon , family, Rhincodontidae (1984n dura Rhinodontes jedhama ture), kan subclass Elasmobranchii fi class Chondrichthyes jalatti ramadamu dha. Sharkiin kuni gallana tropical fi ho'a akkasumas gallana bana kessa jirratta. Gossi kun wagga million 60 dura burqaan jedhame amanama.