Yuurooppi

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Location of Europe
Topography of Europe

Yuurooppi ardii torbaan kessa tokko dha. Yuurooppi fuulaa fi Geology isheen fiixee dhiha Peniinsulaa Yureeshiyaa yoo taatu, dhiha Eshiyaatti argamtii.

Dangaan Yuurooppi kan fakkaata.

Yuurooppiin addunyaa keessaa xiqqeenyaan lammaffaa yoo ta'u, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yookan addunyaa keessaa parsentii 2% qabata. Ardiin addunyaa keessaa Yuurooppi irra xiqqoo Awustireliyaa qofa. Baayyinaa ummataan garuu sadarkaa sadaffaarra jirti, kunis Eshiyaa fi Afrikaatti aanteti. Baayyini ummatta Yuurooppi 710,000,000 yookan ummata addunyaa keessaa parsentii 11% qabdi.