Yuurooppi
Appearance
(Europe irra kan qajeele)
Yuurooppi(ilgalchoo) ardii torbaan kessaa tokko dha. Yuurooppi fuulaa fi ji'ooloojii isheen fiixee dhiha Peniinsulaa Yureeshiyaa yoo taatu, dhiha Eshiyaatti argamtii.
Dangaan Yuurooppi kan fakkaata.
- Kaaban - Garba Arkitiik
- Dhihaan - Garba Atilaantiik
- Kibbaan - Galaana Meditiraaniyaanii
- Kibba-Bahaan - Tulloota Kaa'ukaases(Caucasus Mountains), Galaana Gurraacha (Black Sea) fi karra bishani Galaana Gurraacha fi Meeditiraaniyaanii walitti qabsisu
- Bahaan - Eshiyaa irra Tulloota Yuuraal, Laga Yuuraal fi Galaana Kaaspiyaan gargarii ba'a.
Yuurooppiin addunyaa keessaa xiqqeenyaan lammaffaa yoo ta'u, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yookan addunyaa keessaa parsentii 2% qabata. Ardiin addunyaa keessaa Yuurooppi irra xiqqoo Awustireliyaa qofa. Baayyinaa ummataan garuu sadarkaa sadaffaarra jirti, kunis Eshiyaa fi Afrikaatti aanteti. Baayyini ummatta Yuurooppi 741,447,158 yookan ummata addunyaa keessaa parsentii 11% qabdi (2016).
Yuurooppi |
Aayerlaandi | Aayislaandi | Albeeniyaa | Andooraa | Armeeniyaa | Beelaarus | Beeljiyeem | Boosniyaa fi Herzegoviinaa | Bulgeeriyaa | Cheekiyaa | Deenmaark | Fiinlaandi | Firaansi | Giriik | Hangaarii | Islovaakiyaa | Isloveeniyaa | Ispeen | Istooniyaa | Iswiidin | Jarmanii | Ji'oorjiyaa | Kirooshiyaa | Kosoovoo | Laativiyaa | Laaksembargi | Liikteenistaayin | Lituheeniyaa | Maqedooniyaa | Moldoovaa | Monaakoo | Mooltaa | Moonteneegroo | Neezerlaandi | Noorwey | Oostiriyaa | Poolaandi | Poorchugaal | Raashiyaa | Romaaniyaa | Saan Maariinoo | Saayippires | Sarbiyaa | Siwiizerlaandi | Tarkii | Vaatikaan | Xaaliyaanii | Yunaayitid Kingidem | Yuukireen |
Ardii | ||