Kuush

From Wikipedia
(Redirected from Kushi)
Jump to: navigation, search
Afaan adda addaa Afrikaa kessatti dubbataman

Sabni afaan Kuushi dubbatu hundumti Bahaa fi Kaaba Baha Afrikaatti argamu. Guddinaan garuu ganfaa Afrikaa keessatti dubbatama. Afaan kuushi afaan Afroo-Eshiyaatik (Afro-Asiatic) jalatti qoodama.


Afaanonni gurguddon Kuush jalatti ramadaman kan armaan gadiiti:
1. Afaan Oromoo - 35 miliyoona - Itoophiyaa, Keeniyaa...

2. Afaan Sumaalee - 18 miliyoona - Sumaaliyaa, Itoophiyaa, Jibuutii..

3. Afaan Sidaamaa - 2 miliyoona - Itoophiyaa

4. Afaan Hadiyyaa - 1.6 miliyoona - Itoophiyaa

5. Afaan Affaar - 1.5 miliyoona - Itoophiyaa, Eertiraa, Jibuutii..

6. Afaan Kambaataa - 1.5 miliyoona - Itoophiyaa


[edit] References

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran