Afaan Oromoo

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Afaan Oromoo afaan baay'innaan Afrikaa keessatti dubbataman keessaa sadarkaa afraffaa irra jira. Kana jechuun afaan Arabaa, afaan kiSwahiliitiif, afaan Hawusaatti aana jechuudha. Afaan Arabaa fi afaan kiSwaahilii afaan biyya ormaa yoo ta'an, afaan Oromoo afaan Afrikaa keessatti dubbatamu keessaa tokkoffaa ta'a; osoo mootummaa qabaatee immo Addunyaa irraatti sadarkaa sadaffaa ta'u ni mala.

Personal tools
Namespaces
Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran