Help:Contents/Dubistottaf Salphisu
Kaneen Asii gadii jiraan kan yerro barresitaan fayyadamu dandetanii dha
Kan hanga amma barrefaman ilaluuf kana banii.
Kan harra katabamanii ilaluuf Jijjirama Dhiho.
Yoo qarqarsa asii irratti hin argamne irratti gafii qabataan administrator kan ta'e DEiif barressaa
| Tajajilla | Kan Barresitu | Kan Argattu | |
| Yerro hunda ni hojjatta | |||
| Barreeffama Dagalchuu |
''dagalchuu'' |
dagalchuu |
|
| Barreeffama Gurraachessu |
'''Gurraacha fi Furdaa''' |
Gurraacha fi Furdaa |
|
| Dagalchuu fi Gurraachessuu |
'''''Dagalchuu fi Gurraachessuu''''' |
Dagalchuu fi Gurraachessuu |
|
| Gara Biraa Deemuu (Wikipedia kessatti) |
[[Maqaa fuulaa]] |
||
| Gara mata duree bira geessu |
#REDIRECT [[MD Jijjiru]] |
||
| Fuula Alaa (to other websites) |
[http://www.fakkena.org] |
||
|
Firmaa Waan gotte |
~~~~ |
Maqaa fayyadama kan kee 21:55, |
|
| Kuni kan hojjatuu jalqaba sarara irratti qofaa | |||
| Mata duree Bakkii fuula keessa adeemuu nama gargaaru (table of content) ofiin midhafama, kunis yoo mata duree afur barrefefama tokko kessatti yoo qabaatee. |
== Level 1 == |
[edit] Level 1[edit] Level 2[edit] Level 3[edit] Level 4[edit] Level 5 |
|
| Bulleted list |
* Tokko |
|
|
| Number list |
# Tokko |
|
|
| Boksii | |||