Hararghe Baha

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Et oromo.png

Hararghe Baha (yokan "East Hararghe") zonii Oromia kudha-lamaan keessaa tokko yoo taatu, maqaa kanas kutaa biyyaa Hararghe duri irra afudhatte.

Hararghe Baha kibba-dhihaan Laga Shebellen kan Zonii Baalee gargari basuni, dhihaan Dhiha Hararghen, kaabaan Dire Dawan fi kaaba fi bahaan immoo Somali Regioniin daangeffamte argamti. Harari Regioniin zonii kana kessatti marfamte argamti. Magaalllan beekamoni Harargee bahaa Haromaayaa, Babille fi Funyan Bira. Bakki zoni sunitti dinqisisaa ta'e Harar Wildlife Sanctuary dha.

Central Statistical Agency (CSA) akka gabassa "Ethiopian Coffe and Tea authority" irratti hunda'e akka ibsetti toniin buna 3,654.00 ta'u bara dhumaa 1997 E.C. (2005 G.C.) irratti akka Hararghe bahati biqille ibserra. Kuni immo basii [Oromia]] kessa persentii 3.17% yoo ta'u, bassi biyya (Ethiopia) kessa immo persenti 1.6% ta'a.[1]

Gabaasa [edit]

Gabaasa Central Statistical Agency irraa bara 2005 akka ibsutti, zoniin kuni tilmamaan baaayyina ummata 2,555,635, yoo qabaatu kan keessaa 1,298,104 dhiira yoo ta'an kan hafan yokan immoo 1,257,531 immo dubra dha. Baay'ina ummatta oliitii ibsame kessa persentiin 6.9% yokan namni 175,440 badiyya alla jirrattu. Ballina lafa tilmamaan 24,900.21 square kilometers ta'u keessatti "density" (walitti-kufami) ummata Shawaa dhihaa tilmamaan 102.64 people per square kilometer ta'a.[2]

Akka World Bank memorandumi bara Ebla 13, 2004 yokan (May 24, 2004) akka ibsutti, Persentiin 3% jirattotta Shawaa dhihaa elektriki ni fayyadatamu, akkasumas "density" kara konkolatta zoni kana 39.6 kilometers per 1000 square kilometers yoo ta'u (kunis yoo kilometer 30 biyya wajjin yoo walitti madalaan) [3], akkasumas avregiin abba mana badiyya tokko hektara lafa 0.5 (kunis hektara lafa biyya 1.01 fi hektara lafa Oromia 1.14 wajjin yoo walitti madalamu)[4], akkasumas avregiin abba mana baddiya tokko mataan horii mana hanga 0.6 qaba. Persentiin 13% ummatta, namotta qonaa malee jiratan yoo ta'an, kunis yoo kan biyya persenti 25% fi kan Oromia 24% wajjin yoo walitti madallan. Ijolle barachu danda'an kessa persentiin 53% mana barumsa sadarka tokkoffati galma'ani argamu, akkasumas persentiin 10% mana barumsa sadarka lammaffatti galam'ani argamu. Persentiin 44% zonii kana malariaf bana kan jiraan yoo ta'an, tokkoleen Tsetse flyiif bana miti. Memorandamiin zonii kana risqii qillensa gogga (drought) qabachun qabxii 367 kenaf.[5]

Aanolee [edit]

Notes [edit]

  1. CSA 2005 National Statistics, Table D.2
  2. CSA 2005 National Statistics, Tables B.3 and B.4
  3. "Ethiopia - Second Road Sector Development Program Project", p.3 (World Bank Project Appraisal Document, published 19 May 2003)
  4. Comparative national and regional figures comes from the World Bank publication, Klaus Deininger et al. "Tenure Security and Land Related Investment", WP-2991 (accessed 23 March 2006).
  5. World Bank, Four Ethiopias: A Regional Characterization (accessed 23 March 2006).