Yesuus

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Yesuus ilma waaqaa isa biyyaa lafaa fayyisuuf jedhee lubbuu isaa dabarsee kenne. Guyyaa sadaffaatti du'a moo'ee ka'uudhaan ilmaan namaa du'a akka moo'atan godhe. Isatti kan amanu hundi yoo du'ellee jiraata akka ta'u barsiisaa ture.

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran