Walisoo
From Wikipedia
Walisoon Magaala gudditi shawa kibba lixatti,Naanno Oromiyaa, kan argamtu fi magaala finfinne irra kilomeetra 123 magaala guddo finfinne irra fagaatti. Magaalli walisoo, Magaala Omisha Qullubbi diimatin beekamtuudha. Walisoon bonaa fi ganna yeroo hunda magaariisadha. Magaalli walisoo iddo bashannana heddu qabdi. Haroon wancii walisoo irra baaye kan hin fagaannedha. Haroon wancii iddo bashannana uuman walisoo fi naanno isheetif yaade keessa tokko dha.