Limmu (aanaa)

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Magaalaan Limmu Galiilaa baay'ee kan namatti toltuufi kan nama hawwattudha,Kana qofas miti bakka namootni ciccimooniif bebbeekamoon keessa ba'anidha. Manni barumsaa,Waajirri barnootaa,Dhaabbileen fayyaafi kanneen kana fakkaatan keessatti argamu.Keessattu Manni barumsaa ishee namoota gurguddoo sammuudhaan bilchaattoo ta'an oomishaa turte,ammas oomishaa jirti. from megersa Limmuu,galiilaa

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran