Islaamaa

Wikipedia irraa

Islaamaa amantii Waaqa tokko jedhurratti hundaa'e fi amantii Abraamii yoo ta'u Quraanaa, kan amantoota Islaamaatiin jecha Waaqaa qabate jedhamee amanamuu, fi barsiisaa fi jireenya fakkeenyaa kan Mahaammadii irratti hundaa'a; Mahaammad raajii dhumaati jedhamee amanama. Islaamaa jechuun namnii hunduu du'aa hin oluu jedhuf Waaqa tokko tahe oso ijaan hin argin akka namaa argetettii itii amanuu, wan ajjajaa isarraa dhufee horddoffuu jechudhaa. Muhaamamadii immo waan waaqni itii himee ergaa san ummataaf daabarsuu Irrattii hundaa'a.


Amantii
Budizimii | Hinduuyizimii | Judaayizimii | Waaqeffannaa | Islaamaa | Kiristaanummaa