Filter feeder

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Filter feeders (kan maqaa biraa suspension feeders jedhamun bekkaman) kunii binensotta waan bishaan kessa (amh) tansafafu fi nyatta bishaan kessa ofiit jabesanni qabuun nyatanidha, kessatuu bishaanicha kutta qamaa isaani kanaf qopha'ee irratti dabarsuni, fakkensa baleen whaleiin kutta qamaa isaa baleen jedhamu fayyadama. Filter feedingiin gossa nyatta afuuran kessa tokko dha. Binensonni tokko tokko kan gossa nyatta kana fayyadamani kan akka clam, krill, flamingo, sea sponge fi whale shark dha.

Personal tools
Namespaces

Variants
Ilalchotta
Actions
Ilalcha
Toolbox
Afaan Birran