Template:Ethiopia/Infobox

Wikipedia irraa
(Ethiopia/Infobox irra kan qajeele)
Federal Democratic Republic of Ethiopia
የኢትዮጵያ ፌዴራላዊ
ዲሞክራሲያዊ ሪፐብሊክ

ye-Ītyōṗṗyā Fēdēralāwī Dīmōkrāsīyāwī Rīpeblīk
Faaruu: Wodefit Gesgeshi, Widd Innat Ityopp'ya
"March Forward, Dear Mother Ethiopia"
.
Location of Itoophiyaa
Magaalaa Guddaa
fi magaalaa uummata baayyee qaban
Addis Ababa
9°1.8′N 38°44.4′E / 9.03°N 38.74°E / 9.03; 38.74
Afaan Hojii Amaariffa
Afaan Naannoo Afaan Oromoo, Amaariffa, Somaaliffa, Afaan Affaar, Tigriffa
Saanyii  Oromo 34.49%, Amhara 26.89%, Somaalii 6.20%, Tigray 6.07%; Sidama 4.01%, Gurage 2.53%, Welayta 2.31%[1][2] and around eighty other small ethnic groups.
Demonym Ethiopian
Government Federal Parliamentary republic1
 -  President Girma Wolde-Giorgis
 -  Prime Minister Meles Zenawi
Establishment
 -  Traditional date 980 BC 
 -  Current constitution 1991 
Ballina
 -  Hunda 1,104,300 km2 (27th)
426,371 sq mi 
 -  Bishaan (%) 0.7
Baayyina Uummataa
 -  2010 Tilmaama 85,237,338[3] (14th²)
 -  2007 Lakkoofsa godhame 73,918,505
 -  Density 79/km2 (123rd)
194/sq mi
IOB(GDP) (SHB(PPP)) 2010 Tilmaama
 -  Ida'ama $85.119 billion[4]
 -  Hirmaata (Per capita) $1,003[4]
GDP (nominal) 2010 estimate
 -  Total $30.599 billion[4]
 -  Per capita $360[4]
Gini (1999–00)30
medium
SGU(HDI) (2007)increase 0.414
Template:Error.171st
Maallaqa Birr (ETB)
Time zone EAT (UTC+3)
 -  Summer (DST) not observed (UTC+3)
Karaa ittiin hoofan right
Koodii lakkoofsa bilbilaa 251
Internet TLD .et
1. According to The Economist in its Democracy Index, Ethiopia is a "hybrid regime", with a dominant-party system led by the Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front.
2. Rank based on 2005 population estimate by the United Nations.
  1. 2007 Census, [1]PDF (51.7 KB) . Retrieved 3 may 2009.
  2. Embassy of Ethiopia, Washington, DC. Retrieved 6 April 2006. [dead link]
  3. The World Factbook. CIA - The World Factbook
  4. 4.0 4.1 4.2 4.3 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu