Zs32s
Appearance
Arbagaadduu urjii beekamaa mudhii samii irratti argamu fi guutuu addunyaa irratti mul'atuudha. Samii halkanii keessatti urjiilee mul’atanii fi beekamoo ta’an keessaa isa tokkodha. Fakkeenyaaf, tuuja har’a Ooriyoon (Arbagaadduu) jechuun beeknu Giriikota duriin maqaa kennamedha . Seenafoolli baayyeen wa’ee Ooriyooni, waaqa miidhagaa kan jedhu himu. Astiroonoomotni Chaayinaa durii Ooriyooniitiin akka Sheen, adamsituu ykn loltuu jabaatti beeku. Kana dura sirritti, warri Misirii durii tuuja kana waaqa isaanii Osaarisiin walqbsiisu. Sabni jalqaba maqaa kenne Sumeroota ture; maqichis Uru An-na, hiikkaan isa ` Ifa waaqarraa’