Jump to content

Weebsaayitii

Wikipedia irraa
Kun suuraa iskiriinii marsariitii tokkoo ti. Marsariitiin suuraa kana irratti mul'atu wikipedia.org dha.

Weebsaayitiin tuuta fuula weebsaayitii walitti makamuudha. Namoonni kompiitara gosa tokkoon marsariitiiwwan ilaalu, kunis yeroo tokko tokko kompiitara bilbila harkaa ykn televijiinii keessa jiru taʼuu dandaʼa . Weebsaayitoonni kunneen kompitara web server jedhaman irratti kan qabamanidha .