Jump to content

Waancaa Addunyaa

Wikipedia irraa

Waancaan Addunyaa kun dorgommii gareewwan kubbaa miilaa dhiirotaa biyyoota miseensa Waldaa Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa gidduutti taasifamuudha . Bara 1922(1930A.L.I) irraa eegalee waggaa afuriin al tokko gaggeeffama . Haa ta’u malee, sababa Waraana Addunyaa Lammaffaa, yeroo dorgommiin bara 1934 fi 1938 haqame, hanga ammaatti dorgommiin kudha sagal gaggeeffameera. Taphoota waancaa fi liigii addunyaa irratti taphoota ispoortii baay'inaan daawwataman keessaa isa tokko. Waancaa Addunyaa bara 2002(2010A.L.A) Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame namoonni biiliyoona 1.1 akka daawwatan tilmaamameera .