User talk:Taarikuu Xannaa
Mata duree ida'iAppearance
Latest comment: waggoota 7 dura by Taarikuu Xannaa in topic Tare Pictures
Tare Pictures
[lakkaddaa gulaali]Ogummaa suuraa gulaaluufi boca fuula kitaabaa hojjenna. Loogoowwan sasalphaafi dizaayinii garaagaraaf tajaajila ni kennina. Qubeessuufi dubbachuurratti haalaan hojjenna. Afaan Oromoo hanga afaan Addunyaa kanaa ta'utti qabsoofnee imalla. Seenaa darberra dhaabbannee kan dhufuuf xiiqeffannee kaaneerra.
Horaa Bulaa!
☆ TARE PICTURES Taarikuu Xannaa (talk) 20:44, 1 Guraandhala 2018 (UTC)