Jump to content

User talk:Magarsa

Page contents not supported in other languages.
Mata duree ida'i
Wikipedia irraa

Aanaan Limmuu maaliif galiilaa jedhamtee? yoo jedhamtan maaliif jettuu?Aanaan Limmuu Magaalaan ishee galiilaa jedhamti.Haata'u malee bakka amma jirtu kanatti miti kani isheen hundoofte.Bakki hundeeffama ishee bakka ILAALA jedhamu ture.Umurii dheeraa erga lakkoobsisteen booda sababoota garaa garaan gara amma jirtu kanatti godaantee jirti.Innis sababni tokkoffaan Hanqina bishaanii inni biroon haalli teessuma ishee magaalaaf mijataa waan hin taaneefi dhukkuba golfaa baqachuuf jecha jedha ragaan Maanguddoota aanichaa irraa arganne.Magaalaan Galiilaa kunis duraan maqaa Dhakaa Waaree jedhamuun beekama.Yeroo ammmaa garuu Galiilaajedhama.Maqaa kana kan moggaases qees Nigaatuu Taayyee jedhama.Innis Macaafa qulqulluu keessaa fuudhee akka moggaase seenaan lafa kaa'a.Aanaan kun karaa bahaa irraan kan hafe kallattii sadiin bishaaniin marfamtee argamti.

Start a discussion with Magarsa

Start a discussion