Jump to content

User talk:Ketikiya Adugna

Page contents not supported in other languages.
Mata duree ida'i
Wikipedia irraa

Jireenya fuldura

[lakkaddaa gulaali]

Jireenya keenya guddisuf yaalii agarasiisu waliin walii qabata kanafii yaadan qofa osoo hin tane hojanne hojiin agarsiisu nura egama.

kallatii yaalii irratii

[lakkaddaa gulaali]

Hanga yaalii keenya milika'utii itti fufu barbada.

Try Day To Day

[lakkaddaa gulaali]

I want to try something day to day when that good for peoples.

Sii jaaladhe ture Ijiigee too!

[lakkaddaa gulaali]

Jaalalaa jechu nama jaalalataniif hanga dhumati murtii waan gaarii yaaduutii! Aniis fuldura kiyyatii sii jaaladhe jireenya jaalalaa waliin ture jedhen yaade ture garuu naf hin milikofne,tarii eyyaama Rabbii yoo hin tane wanti kamu hin danda'amu,akkas ta'u hin oluu jedhe shakka ykn mama.Garuu ijiigee sababa badii gargaratif sii dhabu koo bara jireenya koo na gaddiisiisu,ta'us homa jechu danda'u.kana dhiibuu bara dheeraf dhoksadhan sii jaaladhe turu kan koo miidhaa anii ofii irrati rawwadhedha,bekta lata? aniif atii gocha garaa kenya kessaa hin badu hin dandenye waliin jenne walii dhufeenya hanga xiqqoo qabnu sana galafane garuu dhifama waliif gone akka obbollummati yoo walii yaadane gaariidha jedhen amana.

Gosaa Addunyaa/Gosa Adugna Anbessa

[lakkaddaa gulaali]

Bakka hin dandenye seeniite rakkachu irra bakka dandechu hojachu siif wayya! jedhu dubbiin kun gaariidha.har'as ta'e bor jireenya kenya ni jijjiira jenne fuldura kenyaf hawwiina kun barbachisadha garuu waan nufii danda'amu hojachun karaa jijjiirama irra nu fida.