User talk:Baharmulata
Mata duree ida'ibahar mulata kun kan dhalate hararge bahaa aanaa qarsaa magaalaa watar. yeroo tahu bahar nama lammi isaatiif hadooddii ( jaalal) baaye nama qabuudha. yeroo ammantanaatis oggummaa barateen haawasa isaa gargaaraa jira. kanaaf qabsoo cimaa kan hiyyumaa irratti taasifamaa jiru irratti adda durummaan kan falmaa jiruudha. fuula dura seenaa kitaaba isaa ballinaan kan dhihessinu taha.galatoom. horaa bulaa.
Calanqoo lolaa.bakar waaree.
[lakkaddaa gulaali]innaawaa gamnummaa dubbiin jala hin galtuu. yoo arjjummaa taates dhabdee biraa hingaltuu. goottummaan daranii rorron itti hin galtuu. Bar bakar waaree dhiira kumaatamaan loltuu. bada bakarware yaa goota namaa osoonif si desse hatee marra lamaa.
Calanqoo lolaa.bakar waaree.
[lakkaddaa gulaali]- Iinnaawaa gamnummaa dubbiin jala hin galtuu.
- yoo arjjummaa taates dhabdee biraa hingaltuu.
- goottummaan daranii rorron itti hin galtuu.
- Bar bakar waaree dhiira kumaatamaan loltuu.
- bada bakarware yaa goota namaa
osoonif si desse hatee marra lamaa.
- Eelmituu dida ninni jabbin jalaa duute.
gogaa jabbi sanii jabbi biraa gootee.
- Tolchi ni tolchitaa jabbimi toleedha.
Obsi ni obsanii dubbi akka malleedhaa.
- Girgiriin calanqoo tan bultii diddamii
Qawwen dim dim jetti madaafni dirgimii.
- keenyumaatu nu fixe qarxam taanee damii.
- Tokko garaad Alii kunis kabiir Aadami.
horaa bulaa. by bahar mulataa frome calii calanqoo
jireenya koo
[lakkaddaa gulaali]hangafumaa koon fedha oromumman isaa gudaa burresufi dubbisu gadaa asiin batus achin batus ganda
hangafumaa koon fedha oromumman isaa gudaa burresufi dubbisu gadaa asiin batus achin batus ganda
oromoo
[lakkaddaa gulaali]oromoon lama dhale.
Oromoon durattu goota
[lakkaddaa gulaali]Bahar muleta gootuma kan dhaale jeneral Tadasa birrufi hagari.Abdukarim ibraahim hamid. Filebar bahar ilma isaati.
Magaalaa Watar
[lakkaddaa gulaali]magaalaan watar magaaloota aanaalee godina harargee bahaa kessa jiran kessaa takka yeroo taatu kan ittin hundeyte akka lakfs.eto bara 1957 ec akka tahe manguddon ni dubbatti.
m/watar bara sirna nafxanyaa kessatti iddo namoonni baayyen sababa oromumaa isaanifi amantii saanitf itti gatamaniidha. kessattu sababaa qabsoo oromotif mana barnoota amantii islaama ( madarasaa firdowsitif ) irra baayyen isaani yero ajjefaman kanen biroo baqatanii bayyaa aryataman. kanaaf yeroo bara hundeffama magaala waggaa 50 ffa akka kabajamu haalli akka nuf mijjahu gaafachaa . akkasumaas Aanaa of dandae akka tahus ni gaaffana. waan hundaafu kabaja ayyaana kanaatif jacha dhalattonnifi jaalattonni magaala tenya kan iddo adda adda jirtan akka nu deggartan kabajaan isin gaafanna.