User talk:Akkawaaq Jaalataa Oliiqaa
Mata duree ida'iWiikiipiidiyaa yeroo gulaaltu, barreeffamni ati galchitu mata-duree sana wajjin kan wal qabate ta'uusaa mirkaneeffadhu. Barreeffama mata-duree sana wajjin wal hinqabanne hingalchin. Dabalataan, odeeffannoo yeroo madda adda addaarraa fudhattu, hundumasaa fudhachuu odoo hintaane kan mata-duree barreeffama keetii wajjin deemu qofa fudhattee isa kaan dhiisudha. Madda odeeffannoo sanas tarree wabiiwwanii keessa galchuu hindagatin. Kunis, namoonni dabalata dubbisuu barbaadan salphaatti akka argatan yoo gargaaru gulaallii keetif ammoo akka ragaatti tajaajila.Tumsaa (talk)
Start a discussion with Akkawaaq Jaalataa Oliiqaa
Talk pages are where people discuss how to make content on Wikipedia the best that it can be. Start a new discussion to connect and collaborate with Akkawaaq Jaalataa Oliiqaa. What you say here will be public for others to see.