User:Mo'iboon Baay'isaa Fufaa
Appearance
Kiyyoo nuuf kaa'anis kiyyoon kan qabame nama muraasadha Ijaaf nu jibbanis nuyi dhumuu didne kun diinaaf gaaffidha Akka habashaattis silaa dhumne yoona addunyaa kanarraa Waaqni inni nu uume itti nu baay'ise isa kan duraarra Maali kana qofaa akka nu hin baranneef heedu dararamnee Safuudha hojii waaqaaf beektota hedduudha kan nun badhaafamne
itti fufiinsisaa yeroo boda...