User:Hayyuu Ittafaa Dirribsaa odaa
Appearance
Hayyuu Ittafaa Dirribsaa odaan jedhama. Namummaafis ta'e oromummaaf bakki an kennu guddaadha. Filadhee jiraachuuf filannoo jireenyaa beekuutu dirqama ta'a. Atis jiraachuuf dursa filannoo jireenyaa beeki!
abbaakoo obbo Ittafaa Dirribsaa Odaa ⭐ fi haadhakoo aadde abbunash kabbadaa birrii irraa bara 1992 dhaladhe. Obboloota dhiiraa afuran qaba. Isaanis qabbannaa, gaaddisaa, obseeraafi ayyaanaadha.
Bultii ijaareera. Isheenis lookoo adimaasuu kabbaddaa jedhamti. Daayimni Koo murannoo hayyuu jedhamti....