Jump to content

User:Genene Tadesse D Hunde Bulcha

Wikipedia irraa

GENENE TADESSE DAMESSE Hunde Bulcha dhalatee kan guddate godina shawaa kibba dhihaa aanaa bachoo Ganda Q/B/ Uraagoo Taddee jedhamtu keesttai yoo ta'uu, Abbaan isaa Taaddasaa Dammasaaa Hunde fi Haadha isaa Daawitii Garafaa Idoo irraa bara 1982 dhatate. Bara 1989 baruumsa isaa sadarkaa 1ffaa achuma M/B sooddoo Liiban jedhamutti baratee. kutaa 7-8 Magaalaa Tullu bollootti barate. kutaa 10 -12 hanga 2000tti mana baruumsa sadarkaa 2ffaa hibreta fire magaalaa tullu bollotti barate. Bara 2001 Arba Minch University BSc. Baruumsa Water Supply and Environmental Engineering dhaan hanga bara 2014tti baratee.

Bara 2006 -2008tti immoo Barumsa Accounting dhaan St. Mary University Addis Ababa irraa BA degreen eebbifame yoo tahu. Ergasii as Training Yeroo gabaabatiin certificate kan argate yoo tahu (Addis ababa Univesity seenee irraa IFRS, IPSAS Deploma kan fudhate.

Bara 2008 dhuma irraa eegalee Genenen magaala finfinnee keessatti External Auditor ta'uu company adda addaa private, NGO, Governmental Organization public service, fi biiroowwan hedduu keessa hanga ammaattii hojjeta jira.

Genenen