User:Filember Alemu Gamtessa
Appearance
- Fileembar Jechuun Maal Jechuudha!
F~faayyaa gatii jabaa I~ilma abdii sabaa L~lammi saba oromoo E~eenyummeessaa qomoo E~eela goota darbanii M~malachiisaa diina sarbanii B~bohaarsaa waloo aartii A~adda baasaa shiraaf paartii R~rakkoof shira diinaa ~ejjennoodhaan diigaa.