Jump to content

User:Dadi Obse Abvcm

Wikipedia irraa

=>The Fear Of The God Or Yahwe Is The Begginning Of Wisdom. The Knowledge Of The Holy One Is Understanding .Proverb 9:10 <=>Ogummaan Inni Jalqabaa Waaqayyoon Sodaachudha, Gorsi Qulqullootaa Beekumsaadha, Seera Beekun Hubannoo Lapheetif Waan Gaaridha. Kitaaba Fakkeenya 9:10 Jalqaba Waaqayyoon Lafa Fi Sami Uumee ... Itti Fufee Dhuma Irratti Nama Akka Bifa Fi Fakkeenya Isaatti Uume. Um 1:26 Waaqayyoon Kana Immoo Beekanii Akka Inni Jedhutti Socho'uun Wanta Inni Jedhu Raawwachuun Ogummaa Isa Guddaadha.