Jump to content

Daani'el Biruustiin

Wikipedia irraa
(User:Daani'el Biruustiin irra kan qajeele)

Daani'el Baaw Biruustii Jr. (Fulbaana 23, 1923 Hagayya 19, 2007) lammii Ameerikaa kan ta'e, miseensa Senetii Demokraatawaa Yunaayitid Isteetis kan ta'ee tajaajilaa ture, bara 1963 hanga 1969tti bulchiinsa Maarylaand bakka bu'a ture. Akkasumas bara 1950 hanga 1958tti miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Maaryland, akkasumas bara 1959 hanga 1963tti bakka bu'aa Mana Maree Uummataa Yunaayitid Isteetis kan naannoo 2ffaa Maaryland ture.