Jump to content

User:Bayisa fana nagawo

Wikipedia irraa

Maqaa masoo Bayoo bara dhalootaa 1960 Bakka dhalootaa shawa lixa , Aanaa jalduu,gandaa koluu galan,oromiyaa,Itoophiyaa guyyaa dhaloota guradhala 16 1960 sardarka barnootaa Agricultural eksteshinin digrii ,theology dhan dipiloma lammumaan Oromoo iddoon hojii jalduu Abbaa =Fana nagawoo haadha=atatuu hundee Hadhaa manaa = Biranee hirphaa maatii = Abara bayisa

               Dajanee bayisa
              Hawwi Bayisa
             Ayantuu Bayisa
             seenaa Bayisa
             Dawwit Bayisa
            Meetii Bayisa
bayisan akka lakk itiyoopiyati 1978-1983 ittii hojii barsisuumma  hojja turuun sababa baratoota Qubee barsiftee jechuun akkaa hojii dhabuu tasifamee 

bara 1983- ti hojii daldaalaa irrattii boba'ee hojachaa jiruu fedhii baratee ummataa Isaac tajajiluu waan qabuuf bara. ti barnootaa qonnaa agarfaraa baratee hojii egalee